HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo 3.2

License: Free ‎File size: 4.19 MB
‎Users Rating: 0.0/5 - ‎0 ‎votes

Hiibboo is equivalent to Riddle in English, almost :) Hiibboo or Riddle is a form of guessing game that has been a part of the folklore of most cultures from ancient times. The App contains few Hiibboo questions in Afan Oromo language. Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo. Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu. http://om.wikipedia.org/wiki/Hiibboo Please rate our app in the Google Play store. Thank you for downloading,

VERSION HISTORY

  • Version 3.2 posted on 2020-06-17
    Minor Bug fixes.
  • Version 1.0 posted on 2015-03-06

Program Details